Harra
- Prime Ministeriin British Tony Blair yoo Labour Partyiin nama isaatti anne dhufu beksisee, bara kana june 27tti birro akka dhissu iffa godherra.
- Biologistonni bekkamonni adunya irra walitti qabamanii wa'e gossa jirenya lubbu qabanii hunda kan hanga million 1.8 ta'anni programii Enyclopedia of Life jedhamutti bassufi hojjachu jiranni.
Oduu Ture News 09-05-2007 (G.C)
- Kenya Airways Flight 507 kan jedhamu ergaa bararru jalqabee diqoo turee kufii danda'erra. Xuyurichi kan ka'e Douala, Cameroon irra yoo ta'u, namonni du'anni immo namotta kessa jiranni hunda (114) dha.
- Military base Fort Dix jedhamu kan New Jersey, USAtti argamu kessatti namonni ja'a qophiii namotta
achii kessa jirannu ajjessu irra osoo jirannu qabamaniru.