www.fgks.org   »   [go: up one dir, main page]

Jump to content

Misooma hanqaaquu

Wikipedia irraa
sanyiin kormaa fi hanqaaquun walitti makamuu

misooma hanqaaquun walhormaata lubbu-qabeeyyii keessatti adeemasa sanyiin kormaa fi sayiin dhalaa walfudhachuun miciraa uumu dha fi adeemsa bullaa'aan daraaraa kormaa fi hanqaaquun (ovule) qaama dhalaa biqilaa manqaaquu (ovary) keessatti wal fudhachuun miciraa itti uumani dha.