www.fgks.org   »   [go: up one dir, main page]

Jump to content

Shubbisa

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 19:52, 16 Guraandhala 2024 Afaan oromoo guddisii (dubbadhu | gumaacha) irratti (Created by translating the page "ጭፈራ")
(gargar) Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)

Shubbiisni aartii agarsiisaa kessaa tokko yoota'u sochii namaatiin akka mul’atuuf ykn itti gammaduuf kan raawwatamudha. Keessattuu sochii wallee waliin haala gaariin qindaa’eedha . Shubbiisni aadaa irraa gara aadaatti garaagarummaa kan qabu yoo ta’u aadaa tokkoon tokkoon keessaa gosoota shubbisaa adda addaa hedduutu jira.